Down down abiyy!! jedha jira Qeerroo fi qarreen oromoo wal gahe

Dachii Fii Samiin walitti jigee malee kun hiriira fakkata mee abbiyyot kun dhuguumaan gowwaadha akkam yoo saammuun isaa bekku hin dandeenye ijan hin argu ho? #Dawn #Dawn Abiyi jedha jira Qeerroo fi qarreen oromoo wal gahe

Sadam Burqa


Lakkoofsi namoota magaala Finfinnee keessatti vaayrasii koronaatin qabamanii dablaaa jiraatus ammallee hawaasni og-eeggannoo gahaa godhaa waan jiru hin fakkaatu. Tsahaay Daamxoo kutaa magaalattii amma tokko sin daawwachiisti, itti dhihaadhaa. #COVID19Ethiopia #Finfinnee

Oromia Media Network

OMN:Oduu Ammee Gabaasa Aministii Internaashinaalii Caamsaa 29,2020

OMN Caamsaa 28,2020 Minnesota keessatti guyyoota 3f mormii geggeeffamaaruun qabeenyi baayyeen ibiddaan barbadaayaaru.