Yeroo Godinni Harargee Bahaa Gara Dirree Waraanatti Jijjirama jirti, Poolisiin

Yeroo Godinni Harargee Bahaa Gara Dirree Waraanatti Jijjirama jirti, Poolisiin

OromoRevolution Hagayyaa 22/2017 Yeroo Godinni Harargee Bahaa Gara Dirree Waraanatti Jijjirama jirti, Poolisiin liyuuhayilii Mootummaa Wayyaaneen Hidhachiifamanii Yakka waraanaa uummata keenyarratti rawwachaa jiru. Mootummaan Wayyaanee maqaa Liyyuhayil Sumaaleetiin ummata Oromoo ficcisiisuufi daangaa Oromiyaa cabsuuf bifa kanaan hidhachiisu, Poolisiin Oromiyaa ulee qabatee naannawa. Ergamtuun Wayyaanee OPDOn Lammaa Magarsaa Uummata Oromoo haala kanaan mirgi isaafi daangaan Oromiyaa cabaa jiru balbala cufatanii ilaalaa jiru, Uummanni Oromoo bakka jirtan hundaan Waan qabdan cufaan qophaa’a, of qopheessa.
Injifannoon uummata Oromoof!!

via Seenessaa Qeerroo