Dirree Dhawatti barattoonni mana barumsa laga Harree guyyaa har’aa hiriira nagayaa bahuun adeemsa mootummaa abbaa irree Abiyyi balaaleffatanii jiru.

Mootummaa hayyoota Oromoo mana hidhatti guuree Oromummaa balleessuuf hojjatuuf hin jilbiiffannu jechuun dhaadannoo isaanii dhageessisanii jiru.