Dirree Dhawaa:Hirmaatootni sagantaa simmannaa jiila itti anaa Hayyu Duree Adda Bilisa Baasaa Oromoo Oromiyaa Bahaa (ABO) Jaal Araarsaa Biqilaatiin

Onkololessa 11,2011,Dirree Dhawaa: Hirmaatootni sagantaa simmannaa jiila itti anaa Hayyu Duree Adda Bilisa Baasaa Oromoo Oromiyaa Bahaa (ABO) Jaal Araarsaa Biqilaatiin durfamu yammuu ona Afran Qalloo Magaalaa Dirree Dhawaa gahu kan simatan yaada isaanii akkanatti ibsataniiti jiran.Mahaammad Yusuuf

ONN:Simannaa Jiila ABO J/Araarsoo Biqilaan durfamu fi Hawaasa magaalaa Dirree Dhawaa!!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.