Dhimma Hidhamtoota Siyaasaa/Oromiyaa/Ethiopia:

Dhimma Hidhamtoota Siyaasaa/Oromiyaa/Ethiopia:

Bilxiginnaan hidhamtoota siyaasaa hiikuuf jecha yeroo baay’ee manguddoo itti erganii kadhataniiti. Haaluma kanaan guyyaa har’aa akka hiikan ykn immoo hiikuuf akka deeman ibsa ni kennama jennee eegaa turre, galgala kana Abbaan Alangaa namni Fiqaaduu jedhamu Qaallittii dhaqee “bilisa waan taataniif galuu dandeessu” jedhee jira.
Gama biraatiin immoo akka waan jarri dhiifama gaafatee fakkeessanii “dhiifamni godhameef” jechuun ololli afuufamaa jiru madaala humna siyaasaa ittiin eeggachuuf akka tahe hubadhaa. Kanaaf tasgabbiidhaan gara itti aanutti ce’uuf of qopheessuutu barbaachisa.
Hin raafaminaa!
Bayyees hin dhichisinaa!
Qabsoon hin dhabatu!

Dereje Gerefa Tullu


Abiy Ahmed Prime Minister of Ethiopia who released a long report about the situation of the country said that our country has been fighting with TPLF and the refugees OLA the government is the first choice to solve problems. Solve it in a civilized and peaceful way though. Peaceful roads can look boring.
Abiy Ahmed has continued his speech. Every time the government wants to solve the problems with peace.
Nj. Ogaadenia media Addis Ababa

Prime minister Abiy Ahmed said that the police, the law and justice agencies are in a lot of problems. Many civilians are jailed without crime.

Abiy Ahmed said ‘ we don’t have a level where we can talk about justice, if the person who was oppressed yesterday and complained about it is wrong today’ that is something we will never get out of.
It is worth noting that UN security agencies like the police, many people from Tigray went to prison.
Nj. Ogaadenia media Addis Ababa


Update:
Just released Eskinder.
Nj. Ogaadenia media Addis Ababa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.