Dhiitaa Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Keessaa Laalchisee Wixineen

Dhiitaa Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Keessaa Laalchisee Wixineen Seeraa Miseensonni Mana Maree Yunaaytid Isteets Dhiheessan Koree Dhimmoota Biyyoota Alaatiin Fudhatama Argate

Korea Dhimmoota Alaa

Itoophiyaa keessatti akkaataa qabiinsa mirga dhala namaa fooyyeesuudhaa wixineen seeraa miseensonni mana maree Yunaaytid Isteets dhiheessan manichaaf akka dhihaatu fi sagaleen irratti kennamu koreen dhimmoota biyyoota alaa waligalteera gahe.