Dhiha Oromiyaa Wallaggaa-Aaana Qondaalaa irraa Oaraaliin waraanaa motummaa Itoopiyaa lama waraana lafoon ajjabamanii gara aanaa Begetti Imalanii jiraachuu isaanii maddeen ONNf aanaa qondaalaa irraa gabaasanii jiran.

Above Single Post

Oduu Ammee-Braeking News 
Muddee 16-2018 Dhiha Oromiyaa Wallaggaa-Aaana Qondaalaa irraa Oaraaliin waraanaa motummaa Itoopiyaa lama waraana lafoon ajjabamanii gara aanaa Begetti Imalanii jiraachuu isaanii maddeen ONNf aanaa qondaalaa irraa gabaasanii jiran.
Yihe sewye oromo new ways Amhara? Ato Lemmaa Megersa!


ONN: Mudde 16,2018-Haramayaa Yuunibarsiitii
Barattootni Haramayaa Yuunibarsiitii galgala kana gocha ajjeechaa Moyyaaleetti raawwataa jiruuf gadda itti dhagaa’ame ibsatan

Qalbeessaa Dhangi’aa tiin


Sirna Simannaa Jiila ABO Baha Oromiyaa Aanaa Doobbsa Magaalaa Biyyoo kharaabaatti gaggeeyfamee tur



ONN LIVE : Sagalee QEERROO Muddee 16 2018 | Waajjirri Adda Bilisummaa Oromoo Godina Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti eebbaan banamee hojii eegale. | Uummanni Oromoo daangaarra jiru ammallee rakkoo hamaa keessa jira. | Moyyaaleetti Raayyaan Ittisa Biyyaa fi hidhattoonni Naannoo Somaalee waliin ta’uun uummata Oromoo irratti ajjeechaa ulfaataa geggeessaa jiru. | Addi Bilisummaa Oromoo tarkaanfii Raayyaan Ittisa Biyyaa uummata nagaa irratti fudhataa jiru balaaleffachuun ibsa baase. | Barattoota Oromoo yuunversiitii adda addaa irratti lolli qindaa’aan geggeeffamaa jira.


Art Michuu Seenaa sirba haara’a sirbe baga nuuf jiraattan jiruunuu waan guddoo jechaa heedu Nama boochisa.

Below Single Post