Dhaloonni kun Shororkeessitoota utuu hintaane dheebotoota Bilisummaati. ABO argachuu malee meeshaan ammayyaa kamuu gadi isaan qabu hinjiru!

Dhaloonni kun Shororkeessitoota utuu hintaane dheebotoota Bilisummaati. ABO argachuu malee meeshaan ammayyaa kamuu gadi isaan qabu hinjiru!

#Humna_Gaalaana_Uummataa Wanti dura dhaabbachuu danda’uufi duubatti deebisuu danda’uu akka hin jirree amananii fudhachuun dirqama!!


Aanaa Jimmaa Horroo

Qeerroon bilisummaa Oromoo aanaa Jimmaa Horroo akks jechaa jiru!!
Kun amna magaalaa Nuunnuu irraa ka’anii sirna awwaalcha jaal Roobsan Gannatii irratti argamuuf magaalaa Qeebbeetti adeemanii dha.
Kan sabaaf wareegame, akkanatti kabajaan gaggeeffama.
Bilisummaa ummata Oromoof!!


New Oromo Music: ABO-WBO-QEERROO Maaltu Caalaa?


Qeerroo, Gaammee fi ummanni Shaambuu kutannoon gaaffii Bilisummaa waltajjiitti gaafachaa jiru.

Kabeebsaan dallaa hin ta’u!”jecha ajiru.

Bilisummaa!!


Gaammeen Mandii seenaa Qeerroo haaromsaa jiru.
=======
Uummanni, Qeerroo fi Gaammeen Magaalaa yeroo amma kana hiriira mormii gaggeessaa jiru.
Dhaadannoon isanii BIlisumaa Oromoo ti!!