Dhageyfadha yadagarii kana!!

Dhageyfadha yadagarii kana

Dhageyfadha yadagarii kana



Oromoota UK Jirtaniif:

Waldaan Hawaasa Amaaraa UK “shira diinni nurratti dalage” jechuun mootummaa Itoophiyaa hiriira mormii itti bahanii balaaleffachuuf July 2, 2019 tti hiriira guddaa waamaa jiru. Bakki isaatis Down st, Mayfair, London. Saa’aan 2pm-5pm Kaayyoon hiriira kanaa bulchiinsa MM Dr. Abiy balaaleffachuudha.

Hiriira kana fashaleessuuf Oromootni UK keessa jirru bakka hundaa walitti bahuu qabna. Mootummaa sababa godhachuun hiriira mormii Oromoo irratti bahame waan ta’eef nuti ammoo bulchiinsa MM Dr. Abiy’f deeggarsa keenya agarsiisuu barbaachisa. Faallaa jara kanaa warra shira hojjatee jijjiirama kana gufachiisuuf wixxifatu baanee balaaleffanna.

Dhaamsa kana waliif share godhaa!

Ferhan Abdulselam




Woooww Jambo Jote – Nu Walittii Taanee – New Oromo Music 2019


Dhaadannoo har’a finxaaleyyiin Amaaraa Frankruftitti dhageessisan keessaa hanga tokko:
– Dr.Abiyyi ABOdha.
– Jawar Mohammed ABO dha.
– Lammaa Magarsaa ABOdha.
– Dr.Abiyyi hogganaa Qeerrooti, 
– Dr. Abiyyi hogganaa ABOti!
– Lafti Oromiyaa jedhamtu hin jirtu.
– Magaalli Finfinnee jedhamu hin jiru.

Dhaadannoo kanaaf guddoo galateeffannaan. Diinummaadhaaf gad bahanii garuu qooda guddaa nuu oolaa jiru. Oromoon of tokkoomsuu dadhabdee yeroo quba walitti qabdutti diinni akkasitti si tokkoomsa!!!

Down Down ዶ/ር ዓብይ
………ተው ተው በእነሱ ቋንቋ አትጠቀም Down Down የኦሮሞ ቋንቋ ነው 🤣🤣🤣
Down Down is Now officially an Afaan Ormoo word!


#/ር አብይ ICC

#ወነግ ICC

Frankfurt/Germany

Happy Friday y’all

This funny!!


ይህ ሰውዩ እኮ አንድ አንድ ጊዜ ትክክለኛውን ነገር ነው ቁጭ የሚያደርገው አደምጡት ።

አብይ አህመድም በዚህ ውስጥ መጠመዱ አይቀርም በደንኤል ክብረት አማካኝናት ።


Every single one of us is enough for your entire circus!
Our Minnesota hero from today! Bravery is either born with you or not. Do not let our little political quarrel among us fool you, if you come for me, you come for all of us. Even if we disagree, we will sacrifice our lives for one another and all of the true unity loving people in Ethiopia!

We fight hate!

Najat Hamza

The comrade of Dr abiy Supporters “Qerroo”in Frankfurt Germany celebrate with joy and happiness after some idiot’s organised Demonstration against Dr Abiy Ahmed Government later there Demonstrations was carteled by Qerroo 😁

Akkananiiti oltee Qeerroo teniin kaan biyyaa Jarmani frankfurtit sagantaa habasha dhukee irraa kasaaa oltee..😉

ijoollee Jarmanii Laalaa Tokkummaaf Gootumma isaanii siibilaa irraa jabataa jalatii isanii hoo kan Dr.Abiyif jabenaa issaanii agarsisaa ollaanii 💪💪💪

Vivaa Qerroo Jarmanii