Dubbiin Dhugaa tana : Dhaamsa Obbo Baqqalaa Garbaa (Dubbisaa waliif share godhaa)

Dubbiin Dhugaa tana Dhaamsa Obbo Baqqalaa Garbaa (Dubbisaa waliif share godhaa)

” Bara 1991/92 yeroo Oromoon injifatee ifa arguu jalqabe sana akkuma keessan har’aa dargaggoota tùrre. Waan gaarii muldhate arginee miira keenya tasgabbeessuu dadhabuu dhaan halkaniif guyyaa sirbuu jalqabne.

Maanguddoo fi Hooggantoonni nu tasgabbeessuuf yaalaan nu bira hin turre. Yeroo Oromoon kallattii hundaan sirbaa oolee bulu ormi lafa jala siyaasa dalagaa ture. Battalatti injafannoon keenya ni butame. Kan ofii itti wareegamnee arganne qabaa wallaaluu keenyaan dabarsinee ormaaf laannee galle.

Tasgabbii fi Tarsiimoo dhaan qabsoo waggaa 25 dura xumuramuun irra ture bifa haaraatiin tokko jennee jalqabnee gatii guddaa itti baafnee waggaa hedduufi aarsaa hedduu booda har’as deebinee injifannee jirra! Badii kaleessa raawwanne har’as deebinee raawwachuu hin qabnu.

Kaleessa namni nu gorsee nu deebisu nu cina hin turre har’a kan kaleessaa irraa barannee isin gorsuuf isin cina jirra; wal dhaga’aa wal hubadhaa.

Obsa waliif qabaadhaa! Amma kan nu barbaachisu tarsiimoo siyaasaati malee sirba miti! Tasgabbii dhaan ta’anii mari’achuu dha malee hiriiraa fi deeggarsa daandiirraa miti.
Sa’a kanatti badii kaleessaatiin haaloo wal ba’uun ormaaf daandii saaqa. Oromoon obsaa dha Obsa waliif laadhaa.

Oromoon tasgabba’aa dha; Tasgabbii qabaadhaa! Osoo Sirbinuu qabsoon keenyaa fi injifannoon keenya qaama biraatiin akka hin butamneef jabeessaa eeggadhaa!” =======================
(Dubbisaa waliif share godhaa)

” Bara 1991/92 yeroo Oromoon injifatee ifa arguu jalqabe sana akkuma keessan har’aa dargaggoota tùrre. Waan gaarii muldhate arginee miira keenya tasgabbeessuu dadhabuu dhaan halkaniif guyyaa sirbuu jalqabne.

Maanguddoo fi Hooggantoonni nu tasgabbeessuuf yaalaan nu bira hin turre. Yeroo Oromoon kallattii hundaan sirbaa oolee bulu ormi lafa jala siyaasa dalagaa ture. Battalatti injafannoon keenya ni butame. Kan ofii itti wareegamnee arganne qabaa wallaaluu keenyaan dabarsinee ormaaf laannee galle.

Tasgabbii fi Tarsiimoo dhaan qabsoo waggaa 25 dura xumuramuun irra ture bifa haaraatiin tokko jennee jalqabnee gatii guddaa itti baafnee waggaa hedduufi aarsaa hedduu booda har’as deebinee injifannee jirra! Badii kaleessa raawwanne har’as deebinee raawwachuu hin qabnu.

Kaleessa namni nu gorsee nu deebisu nu cina hin turre har’a kan kaleessaa irraa barannee isin gorsuuf isin cina jirra; wal dhaga’aa wal hubadhaa.

Obsa waliif qabaadhaa! Amma kan nu barbaachisu tarsiimoo siyaasaati malee sirba miti! Tasgabbii dhaan ta’anii mari’achuu dha malee hiriiraa fi deeggarsa daandiirraa miti.
Sa’a kanatti badii kaleessaatiin haaloo wal ba’uun ormaaf daandii saaqa. Oromoon obsaa dha Obsa waliif laadhaa.

Oromoon tasgabba’aa dha; Tasgabbii qabaadhaa! Osoo Sirbinuu qabsoon keenyaa fi injifannoon keenya qaama biraatiin akka hin butamneef jabeessaa eeggadhaa!”
Shukrii Mohammed Umaraa 

2 Comments

  1. That is the bottom line! Oromo, euphoria must be put on hold. Let us not forget that our bright children (qeerro, qarree) paid with their lives to usher in the light of hope for our freedom. If in stead of playing mature politics and consolidating our gains, we continue to display unhelpful behaviours, we are bound to repeat the mistake of 1992. Like Obbo Baqqalaa Garbaa I was young (qeerro) in 1992. Just a couple of days before the leadership of the Oromo political organisation, we all supported without any scrutiny, existed Ethiopia, a public meeting was held at the Gulallee office. We sang, shouted happily and everyone in the crowd felt liberated. Not many of us grasped the reality on the ground. There wss no hint from the leadership about what was going behind the scene. I remember being in a taxi with my cousin and his university friends from Gulallee to Piazza. After getting off the taxi we walked around, visited cafeteria, joked about things, had laughter and feasts. Euphoria, feelings of freedom! However, not a week lapsed before things unfolded. The enemies of the Oromo people never hesitated to inflict maximum sufferings to any Oromo they perceived to be supporters or sympathetic to OLF and the cause of the Oromo people.

    Let us be clear that our enemies are cruel and merciless. Political games in Ethiopia has been always like games of wolves and sheep. Although I am confident that our young generation, the current qeerro and qarree are ahead of our enemies, We shall not ‘take our eyes off the ball’. Oromo, qeerro, qarree listen to our seasoned politicians and intellectuals. Read each other, never sleep until your sacrifices bear sustainable fruits and your victory is cemented.

    Do not give the enemies of our people repeated opportunities to reverse the hope of freedom gained by sacrificing our bright children. Qeerro and qarree in particular and the Oromo people in general, stand in unison against any political plots and deception that might threaten your freedoms. Never give into temporary euphoria; be critical thinkers and counter any sabotage arising from within as well as from outside, and safeguard our people from enemies. Keep the momentum of political maturity.

    Freedom to the great Oromo people!
    OA

  2. We have to learn from the past as mentioned by Obboo Bakalla and OA. What is needed right now is UNITY among Oromos of all political groups. Without unity we will perish as we observed in 1992. Team Lemma and Dr. Abiy are trying to correct the past and lead us forward to democratic system. Right now they are clearing the path let us unite as Oromos and take one step at a time rather than being an obstacle. But forget about Lenchoo Leta or Yohanis Letta. Oromos are over 40 million why talk about one outcast.

Comments are closed.