Dhaabonni siyaasaa Oromoo hundumtuu warra biyya bulchaa jirus dabalatee waltajjii tokko irratti wal gahaniiru.

Dhaabonni siyaasaa Oromoo hundumtuu warra biyya bulchaa jirus dabalatee waltajjii tokko irratti wal gahaniiru.

Dhaabbileen Siyaasaa Oromoo har’a Finfinneetti walgahanii jiru. Kun waan dursee ta’uu qabu ture.
Kun silaa otuu dursee hojjatame, har’a waan biraatu hojjatama ture.
Baguma ummanni Oromoo fi Qeerroon jiraatan! Kana booda balbala cufatanii ofii dubbatanii of-dhaggeeffachuun seenaa ta’aa deema.
Jaarmiyaan kamuu ummata qabsaa’eefii humneesse yoo sirnaan hirmaachise malee rakkoo hawaas-dinagdee keessaa bahuu hin danda’u!
Gara Fuulduraatti!

Dhábasá Wakjira Gemelal


ኦዴፓ እና ኦነግ ጨምሮ በኦሮምያ ክልል የሚንቀሳቀሱ 14 የፖለቲካ ድርጅቶች በወቅታዊ ፖለቲካ ጉዳዮች ላይ በጋራ እየመከሩ ነው። ለኦሮሞ ህዝብ ጥቅም ሲሉ ይወሃዳሉ ብዬ ተስፋ አደርጋለሁ። ከህወሓት ጋር ሲነፃፀር ኦዴፓ ሐላፊነት የሚሰማው ድርጅት ነው፤ ህወሓት አማራጭ ፓርቲ ዓረናን ለማጥፋት የማጥላላት ዘመቻ ስትከፍት ኦዴፓ ግን ከተፎካካሪ ፓርቲዎች ጋር ቁጭ ብላ ስላ ጋራ ጉዳዮች ትወያያለች። የኦሮሞ ልጆች ሆይ! ውይይታችሁ የተሳካ ይሆን ዘንድ ምኞቴ ነው።

Abraha Desta


Dhaabonni siyaasaa hundumtuu warra biyya bulchaa jirus dabalatee waltajjii tokko irratti wal gahaniiru. Kun hawwii keenya bara dheeraa ti. Waltajjii kana irratti walii galteen cimaan tokko akka horatamus abdii qabna. Haala diinni itti jiru laallaan akka Oromootti way irratti walii galuuf waltajjii waamuunuu barbaachisaa hin turre. Dantaa Oromummaa keenyaatu dirqiitti waliin nu galchuu qaba. Ammas waltajjii kaa irratti dantaa murnaa duuba qabnee dantaa sabichaa dursuun akka wal taanee diina rifaasifnu abdii guddaan qaba.
Milkii gaarii!

Yaya Beshir


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.