Despite the brutal state of emergency of the TPLF’S regime the struggle of the Oromo people has continued.
Ambo bishaan talilaa
Biyya torban kuttaaye
Bagan sirraa dhaladhe
Baguman kankee ta’e. !!!!
~~~~~~~~~~~~~~~~
~~~~~~~~~~~~~~~~
Salaale kuyyuu. Dhaqi
Hidhabuu fi abooten
Erga taaddasa dhabne
Shawaan takkalle hin rafne
Gooticha ambo dhabde
Yaa dararaa kafani
Hararge. Sabni dhume
Maf walirraa hafanii
Wallagga dhaqii wami
Warra abbishe garba
Horroon saqalaa dhaqee
Qerroon dubbise darbaa.
Lafti keenya nyamari
Nyamar bantii lafati
Kan nun beekne nu bari
Nuti sanyi jagnaati.
Osoo ambooko ta’e.
Yoona arba. Lafaan dha’e
Ambooko ambaa lafa
Akkamiin sirraa hafaa!!!!!!?????
Via : Caalaa bultume