Deebii Marroon Leencoo Lataatiif Kenne!!

Deebii Marroon Leencoo Lataatiif Kenne!!

“Ni Yaadattu yoo ta’e Gaaffiifi Deebii Prime Media taasise irratti Leencoo Lataa akkana jedhee turee 👉WBO’n ‘Waraannii Bilisummaa Oromoo inni har’aa kun booji’amaa natti fakkaata, malee eessa fidee uffata waraana babbareeda kana uffata, eessaa fuudhee meeshaa gurguddaan lola’ nuun jedhe. Nuti garuu booji’amaa miti Waraana Bilisummaa Oromooti malee kan uummatni Oromoo gargaaree lolchiifataa jiru jechuudha akkanatti nu haa beekan warrii maqaa keenya balleessan..”
Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa
“Yokaan nan du’aa yokaan bilisan sin baasa. Hinjiru Haarka Kennuun”guutuu isaa caqasaa..
Jaal Marroo Dirribaa