Dawit Taddese jedhama. Qindeessaa Muziqaa dha. Albuma Maal Mallisaa !

Dawit Taddese jedhama. Qindeessaa Muziqaa dha. Albuma Maal Mallisaa!

Qindeessaa muuziqaa afaan oromoo kan ta’ee fii #Albama #Haacaaluu hundeessaa “#MaalMallisaa” keessaa sirboota 9 kan qindeessee Dawit Tadesse dabalatee artistoonni oromoo jaha (6) guyyaa har’a buufata poolisiitti hidhamaniiru jedhamaa jira. Mee Daawit Tadassaa badhaasa moo hidhaatu malaaf? PP’n maraatteerti. Gadhiisaa!

Irkoo Miidhagaa

Dawit Tadesse was the producer of most of the lyrics in Hachalu Hundessa’s posthumous album titled #MaalMallisaa that has recently been released. He among six other Oromo artists are detained by regime’s security agents today.

Girma Gutema


“Dawit Taddese jedhama. Qindeessaa Muziqaa dha. Albuma Maal Mallisaa keessaa sirboota sagalii oli isatu amanamummaan kaa’ee, hojjetee maatii Haceef dabarsee kenne.
Har’a qabanii hidhan jedhan.”
— Via Sena Abdisa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.