DARAJJEE OLII basaastichi warra Ambo irraa hidhaman waliin Adaamaa geeffame isa kana. Waliif dabarsaa wal hubachiiisaa.

DARAJJEE OLII basaastichi warra Ambo irraa hidhaman waliin Adaamaa geeffame isa kana. Waliif dabarsaa wal hubachiiisaa.

via Jawar Mohammed


“Wayyaaneen konkolaattota Basaastota ishee kan Ministeera fayyaa jettee Oromiyaa keessa bobbaasaa turte Barreeffama ishee kan ministeera fayyaa jedhu san irraa kaasaa jirti. Wayyaaneen kan kangooteef erga Qeerroon Amboo tooftaa ishee Fashaleesse dirqamteeti konkolaattota ammallee gabatee dhaabbata mitimootummaa (NGO) itti maxxanfataa jirti.koodiin amma basaastonni wayyaanee itti fayyadaman 35A.O kan jedhuudha.naannoo baadiyaattis Motora kan waajjira qonnaa fakkeessuun dhimma basaasummaaf itti fayyadamaa jiru.”