Dallaa diinuma OPDOn uummata irratti ijaraa jirtu akka ka’uu hin

Dallaa diinuma OPDOn uummata irratti ijaraa jirtu akka ka’uu hin dandeenyetti kufiisuf deema.

Ilmaa Oromoo hiidhaa, ajeessa, haadhafi abbaa ofii salphisa,umurii dheerrachuun hin danda’amu. Kaleessas garbummaa Oromoof sababii OPDOdha har’aas sirna garbommsaan uummataa Oromoo kan salphisa jiru OPDOdha. Rakkoof garbummaan har’aa darbee Oromoof Oromiyaan bilisommuun hin hafuu. Hiidhaafi ajeechaan qabsoo jabeessa qabsaa biqilchaa. OPDOn hangaa gaafa baduuti Oromoo hiidhuuf ajeessu hin dhistu!
Bontuu Lammii


Yeroo ammaa kana magaalaa #Gincii keessatti qeerroo hedduu qabudhaf barbaadaa jiru.
Qeerroon kaleessa lubbuu isaa jijjirraa hin qabne kennee wayyanee dura dhaabbatee guyyaa har’a kana akka geenyu godhe hundi ammammoo wayyanee lammaffadhan qabamee dararamuf barbaadama jira.
Warri qeerroo oromoo adamsaa jirtan kun osoo of qusattanii gaaridha.
Yoo diddan dubbittin kana duraa sun deebi’un waan hin oolle
Gammee Amboo


Farri hacuuccaa bilisummaadha.maddi bilisummaa ammoo tokkummaa dha.bu’urri tokkummaa jaalala. Farri jaalalaa jibba erga ta’ee,maddi jibbaas lagaan,amantiin,loqodaan,sadarkaa jireenyaatiin wal qooduu fidee tokkummaa quucarsa. Kanaaf kottaa warri bilisummaa barbaannu farra tokkummaa isa ta’e wal qoqqooduu dhabamsiifnee galaaf bitamuu dhiifnee galaana oromummaa keessatti waliif dhageenyee jaalala finiinsina walgeenyee!! Oromoon: Arsii,wallaggaa,Baalee,Jimmaa,Finfinnee,Shawaa,Iluu,Kamisee,Booranaa,Gujii,Harargee hin jiru! Oromoo oromiyaa qofatu jira!! Mee maaf waljibbina?? Afaan keenya afaan saba bal’aa fi kabajamaa afaan oromooti.siyaasas duruu beekna madda dimokraasii addunyaaf kan ta’e Gadaa qabna.biyyas qabna biyya caaltu oromiyaa!!! Oromoon kan eenyuu iyyuu miti kan Oromiyaati, oromiyaan kan eenyuu iyyuu miti kan oromooti.!!! LONG LIVE OROMIA……!!💗💗


OMN: ዕለታዊ ዜና (JUNE 21, 2019 )



Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News June 21, 2019

OMN: Artist Saliha Saamii “Konsartii Walloo” (Wax,21,2019)