Dabballeen OPDO fi deeggartoonni warra habashaa walii galanii oduu durii akka harawaatitti facaasaa ummata burjaajessuf

Dabballeen OPDO fi deeggartoonni warra habashaa walii galanii oduu durii akka harawaatitti facaasaa ummata burjaajessuf jedhanii waliif dabarsaa jiru. “LYH ka’eeraa, Afaan Oromoo afaan biyyoleessaa ta’eeraa,” jechaa oduu ETV kan bara darbee akka haraatitti faffacaasu. Kun kijiba.

የኦሮምኛ ቋንቋ የፌደራል ቋንቋ ሆነ የአዋጁ ሙሉ መግለጫ Breaking News dr Abiy Ahmed Ethiopia ቴዲ አፍሮ