Daangaan Walloo Hakabajamu,waraanni nurraa Hadhaabbatu jedhun Qeerroon Oromiyaa hiriira nagaya bahani.
Yakka Waranaa Uummata #Oromoo_Walloo irratti gaggeeffama jiru sababeeffachuun Daandiin Konkolaataa Karaa Kaabaa Dabire Birhaan irraa Gara Finfinneetti geessuu Irree Qeerroo fi Uummataan Guutummaatti Cufameera!!
Dábessá Gemelal
Asallaa: Deeggarsa oromoo Walloof..
Bulchitoonni magaalaa Adaamaa kan ummata keenya hiriira tumsa Walloo bahuu dhorkitan ODP Lammaa Magarsaa osoo hin taane
OPDO Muktaar Kadir tahuu keessan mirkaneessitan.
Daangaan Walloo Hakabajamu,waraanni nurraa Hadhaabbatu jedhu
Qeerroon Jimmaa! in solidarity with #Walloo
Gaaffii fi Deebii Obbo Jawar Mohammed
Dhimma Ummata Oromoo Walloo irratti taasise.