Daandiin Cufaadha!Daandiin magaalaa Finfinneedhaa gara naannoo Amaaraa geessu irree Qeerroo Bilisummaa Oromoon cufamee jira.

Daandiin Cufaadha❗#Share
Daandiin magaalaa Finfinneedhaa gara naannoo Amaaraa geessu irree Qeerroo Bilisummaa Oromoon cufamee jira. Hidda malee xannachi hin dhiigu❗
Qeerroo Intelligence Group


MNO sooressa akkasitiyi?
Wal gargaarun gaaridha. Garu mootumman dura uummata isa dursu qaba.
MNO Sidamadha miliona amma kana kenne.
MNO siida Xaitutif miliona amma kana kenne.
MNO horse bultoota naannoo Somaletif miliona amma kana kenne itti fufa.
Suuran kana gaditti argitan MNO har’a nyaata beylada birrii miliona 3ti shalagamu gara Somaletti fe’ama jirudha.
 
Suuran inni sadaffaan Oromoon Walloo qe’een isa militia Amaratin gubate beylladoota isa wajjin yemmuu daggalatti baqatu. Kamtu dursu qaba?
Kara biraatin Oromotni naannoo Somaleti buqa’an rakko irra akka jirantu dhaga’a kamtu dursu qaba?
Horse bultootni Boranafi gammojji Bale rakkodhuma wal fakkaata keessa jiru. Kamtu durs?

Dandana Bafkane


***Waraanni Eertiraa gara Oromiyaatti bobbaafame**
Keelloo: Bitootessa 22,2021
Gabaasni har’a Bitootessa 22,2021 bahaa jiru akka ifoomsutti waraanni Eertiraa kutaan waraanaa 2ffaan gara Oromiyaatti bobbaafamuu isaanii eera.
Waraanni kun kan dhiyoo leenjifaman kanneen kumootaan lakkahaman guyyaa sadii darban keessa Oromiyaa seenanii jiraachuudha kan saaxilamaa jiru.
 
Waraanni Eertiraa Itoophiyaa seenee waraansa kan eegale ifatti TPLF irratti wayiita ta’u, dhimmi kun icciitaa qabamee gama lamaan Eertiraa irraa Isaayyaas Afawarqi; Mootummaa Itoophiyaa ammaa PP irraa haaluuf dhimmichi soba jechuun hanga ammaa amanuu didan illee miidiyaaleef dhaabbilee mirgoota namoomaa ragaa waliin waraanni Eertiraa Itoophiyaa seenee waraanaa jiraachuu ragaa bahu.
Waraanni Eertiraa kutaa waraanaa 2ffaan kun nama Haregoot Furzuu jefhamuun akka hogganamus eeramee jira.

ODUU Hatattamaa| Qeerron Walloo Magaala Shawaa Roobii Barbadeessitee Injifannoo Guddaa Galmeessite