Oromiyaaf oromoonni kuttannoon daandii dhakaan cufuu- OROMIYAA

Oromiyaaf oromoonni kuttannoon daandii dhakaan cufuu irraa lubbuu ofiitiin cufuu eegalanii jiru….

BORDODDEE OROMIYAA

Uuummata kana deeggaruu caalaa maaltu nama gammachiisa. Itti muddaa. Gaafa bari’uuf jedhu dukkanni hammaatus,injifannoon galuun keenya bilchaataadha.

The border dispute that displaced thousands of families in Ethiopia the two sides have traded accusations over who is to blame for the violence