NEWS: MAIN ROAD CONNECTING ETHIOPIA TO DJIBOUTI BLOCKED BY PROTESTERS IN AFAR

NEWS: MAIN ROAD CONNECTING ETHIOPIA TO DJIBOUTI BLOCKED BY PROTESTERS IN AFAR

Addis Abeba, January 13/2018 – Protesters in Afar regional state have today blocked the main road connecting Ethiopia to Djibouti, the main import export route.

Protesters are demanding an end to what they said were violent incidents in the past several weeks perpetrated by armed men from the Somali Isa ethnic groups, which claimed the lives of many and caused property destruction, according to this blog.  The road blockage is happening between the cities of Semera and Awash. Pictures released by activists show several trucks standing on the roads. In addition, the Ethio-Djibouti railway is also affected by the blockage.

The blog further said that protesters were unhappy about a recent decision by the federal government to remove the region’s special forces from areas where the violence happened. They are also demanding the withdrawal from the area of the Isa ethnic groups and explanation from the regional and federal authorities. AS


Naanno Affaaritti yeroo ammaa kana jeequmsa hamaatu gaggeeffamaa jira. Daandiin Jibutii geessu cufameera


Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News


Ayii ABIYYI beekte beekte jennaan Eenyun matsaafa dhiqe jedhani akkasuma taate atis barana. Kan saba keetif kabaja hin laannee ati Oromoo moo eenyu bakka buuta?

(SBO – AMAJJII 13,2019) Haleellaa xayyaarotni waraanaa/Helekopterootni mootummaa EPRDF lafa nagaa keessatti, ummata gidduutti Godina Qellem Wallaggaa Ona Gidaamii, Qellemii fi naannoo sana keessatti kaleessaa fi har’a dhaqqabsiisaa jiru, akkasumas saamicha deemsisamaa jiru irratti jiraattotni maal jedhu? Qophii SBO galgala kanaa keessatti qabannee dhihaatna; akka hordoftan isin afeerra.

SBO

 


Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eeysoo Araddoota akka Qiqilliftuu fii Waltaanetti hidhannoo gurguddoon Hawaasa keenya irratti dhukaasaati jiran. Lolli kuniis hanga ammaatti itti fufeeti jira.

Namoonni madaahaniis ni jiran, Namoota madaahan keeysaa Kan ammaaf Maqaan na gehe Muhaammad Abdii ja’ama. Hanga ammaatti gargaarsi gama Mootummaatiin Hawaasa kanaaf godhame tokkolleen hin jiru.

Yeroo Oromoonni hedduun Finfinnee irraa dhiichisaa jiranitti Gariin keenya Du’aati jira. Qabeenyii fii Qa’een isaa Mancaafamaati jira. Halli kun hanga yoomitti laata kan itti fufu??
Ammaaf Bilbilliin nama achi irraa beekuu na dide Xiqqoo booda Yaaleen Odeeyfannoon argadheen isinitti deebi’a.

Kan Shubbisaa Jirtaniif Shubbisa gaarii,
Kan Lolli Irratti banamee Du’aa Jirtan immoo Rabbibi isin haa gargaaru, Nagayatti!!


OMN:Marii Jimmaa (Amajjii 13, 2019)


Abbootiin Gadaa fi Siinqeen yaamicha nagaa dabarsaa jiran; Labsii abbootiin Gadaa kaleessa darbe garuu mootummaan ODP akka dhukaasa dhaabu hin goone; inummaayyuu waamichi kun waan lola afeere fakkaata. Sababn, gochaan waraana ODP kan har’a Qellemitti raawwate waamicha Abbootii Gadaa fi Siinqeen kan dhaababtee miti. Nagaa yoo ta’e, ummata Oromoo fi ABO caala kana barbaadu hin jiru; gatiin Nagaaf qabnu, kan aadaa keenya irraa dhaalle, hedduu jabaa fi kabajmaa dha!
Mootummaan Nagaa Oromoo kabaju ni dhufa!! Cunqursaanis nu kufa!!


ONN: Dr Kedia Show
Marii Obbo Ahmed Sayyo, Dr Rundasa Asheete fi Professor Badhaassaa Taddassaa Waliin Wayee Yeroo Irratti Amajjii 12 2019 oGdhame


Oromoo dhahaa OPDON dirree dhawaa somaleef khannitee OPDON ABO fii WBO balleysuf wanti hidhatteef ABOn Waan itti hindhifneefi

Jarri Nuun Dorgommutti Jira Dirree Dhawaan Teenya Jechaa Jiran, Nutiis Dirree Dhawaan Teenya Tahuu Sirritti #Guyyaa_Simannaa_koonsartii_Artiistoota_Oromooistaadiyama Dirree Dhawaatti Gaggeeyfamu Alaabaa Mootummaa Federaalaati Fi Alaabaa Teenyaan Istaadiyama Dirree Dawaa, Guutuu Qabna. Akka Dirree Dhawaan Ona Keenya kan Afran Qalloo taate Diinatti Garsiisuu Qabna.
Guyyaan wal jala Dhiyaate Harargee Guutuuf Waamichi Godhame.

Aamir Sho


Wbo Jirra


Gootni abkaraa tokkichii amba maraa J artisti umar suleeyman galma barkumeeti akkas jedhee !!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.