US members of congress Chris Smith and Carel Bass hail the current Ethiopia’s political reform.

US members of congress Chris Smith and Carel Bass hail the current Ethiopia’s political reform.

“የኢትዮጵያ ህዝብ መንቃት አለበት! ግለሰቦች ወንጀል ፈፅመው ከስልጣናቸው ሲወርዱ ዘለው ጎሳቸው ውስጥ ገብተው ብሄራቸው ውስጥ ገብተው ብሄራቸውንና ጎሳቸውን መደበቂያ ምሽግ እንዳያደርጉ; ፍትህ ለሁሉ እንዲሆን ከወንጀለኞቹ በላይ እያቀፈ የሚያስቀምጠው ህዝብ ለይቶ ማውጣት ይጠበቅበታል::” – ጠቅላይ ሚንስቴር ዶ/ር ዓቢይ አህመድ

Aadde Seenaa Jimjimoo Gurmuu mirga namoomaa fi Dimookiraasii Oromoo ( Coalition of Oromos for human right and demcracy) irraa waa’ee daawwannaa Miseensota Kongresii Ameerikaa maal jedhu?

Guyyaa kaleessa Hagayya 23/2018 #Magaalaa_Ambootti Miseensa Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo WBO kan ta’ee Jaal Morkataa Tarreessaa falmaa hadhaawaa diina waliin godhamern kan wareegame haala kanaan Uummaatni Oromoofi Qeerroon Amboo miiraa xiiqiifi gootummaan guutamee sirna awwaalcha isaa gaggeeffatera!!


OMN: OROMOON SIYAASAA KALEESSAA (1991) ITOOPHIYAA IRRAA MAAL BARA ? HAG. 24, 2018