sirna awwaalcha Koloneel Aliyyii Cirri: Colonel Aliyi Chiri will be rested

Haasaya Nasaradin Adam waa’ee sirna awwaalcha Koloneel Aliyyii Cirri irratti. Atis galatoomi ilma sabaa.

Oromoo! Kan dabre awwaalatee, kan hidhameef dhaadatee, kan rakkate gargaaruuf yennaa waliiif birmatu.

Massive turnout at the funeral service of Colonel Aliyi Chiri, one of the leading figures of the Bale Oromo Movement of 1960s. He passed away at 96. Tens of thousands traveled from all provinces of Oromia to Mada Walabu in Bale. Colonel Aliyi Chiri will be rested next to his comrades, the famed General Wako Gutu and Haji Adam Jilo.