Civilian shot dead in Somalia coronavirus enforcement

Civilian shot dead in Somalia coronavirus enforcement

A Somali man protests against the killing Friday night of at least one civilian during the overnight curfew, which is intended to curb the spread of the new coronavirus, on a street in the capital Mogadishu, Somalia Saturday, April 25, … more >

NAIROBI, Kenya —(washingtontimes)- A police officer in Somalia’s capital has been arrested in the fatal shooting of at least one civilian while enforcing coronavirus restrictions, fellow officer Ahmed Muse said Saturday.

The shooting Friday evening sparked protests in Mogadishu that continued Saturday with crowds of angry young men burning tires and demanding justice.

There has been growing anger among some residents over alleged abuses by security forces, including beatings, while enforcing virus-related restrictions.


BB$: Ebla 26/2020
Somaaliyaa Keessatti Sababa Coronavirusiin Labsii yeroo Muddamaa Nama cabse irratti Tarkaanfii fudhatamen Lubbuun nama tokkoo bahuu wajjiin wal qabatee, Mormiin ummataa gaggeeffame.

Magaalaa Guddittii Biyyattii Tan taate Maqaadishotti Humni Nagaeenya Namoota Uggura Cabsan irratti Tarkaanfii Fudhateen Lubbuu Nama tokkoo galaafatee jira.

Ajjeechaan kun Kan Raawwatame Ebla 24 Galgala kan raawwatame yeroo tahu, Ebla 25 Sambata Kaleessaa Dargaggoonni Magaalattii kararratti bahuun Gommaa Gubuun mormii isaanii dhagaassisanii jiru.

Uggura Tatamsa’ina Dhibee Koroonaa ittisuuf Labsii Labsame Hojitti hiiksisuuf Qaamonnii Nageenyaa tarkaanfii hin barbaachifne fudhachaa waan jiraniif Hawaasa magaalattii irraa qeeqa jabaa dhaqqabsiisaa jira.

Naannawa Haleellan Itti raawwatame Sanitti Itti gaafatamaan Komishinii poolisii Ari’amuu beekkamee jira.

Somaaliyaan Biyya Addunyaa keessaa Yaala Fayyaatin gadi aantuu taate keessatti Dhukkubni CoronaVirusiin gar malee Miidhamaa jirti.

Hanga ammatti Nammoonni COVID 19 Qabaman 390 yeroo tahan kanneen Dhukkubichaan du’an 18 tahuutu gabaafame.

Maddi :VOA