Site icon Kichuu

Choosing the Oromia over Ethiopia is simple. It is just favoring Bilisummaa over Gabrummaa.

Choosing the Oromia over Ethiopia is simple.
It is just favoring Bilisummaa over Gabrummaa.
 
Sabboona Tafarraa Music 2021_100% _Hoomaa Oofee- Vedio cli

Warreen dhaabbiitti salphate, saba ofii ganee diina jala gale.
Seenaan dhokata hin qabdu. Gufuu qabsoo Bilisummaa Oromoo kaleessaa Oromoo hubadhaa. ABOn kana gochuu dide, sana gochuu dadhabe jechuun warri kaleessa ABO komachaa baatan sammuu keessan keessa deebi’aa gilgaalaa mee. Kan qabsoo Oromoo fi ABO danqaa turee fi danqaraan Bilisummaa isaan kana ture. Yeroon geessee, barri buruqsee isaan saaxile. Warra saba isaanii ganee diinatti hirkate kana Rabbi Qalbii Oromummaa isiniif haa kennu jenna malee maal jennaree.

OPDOn jara tana eega itti fayyadamtee booda akkuma qodaa caccabaa ofirraa darbattee?
Galgala koo tolchi jedha oromoon yoo Waaqa isaa kadhatu.
Exit mobile version