Jaal Falmattuu
Oromo

Oduu Gaddaa: Jaal Falmattuu- Simanyi Dayyaasaa ajjefamuu ishee reporter kenya Yassim Juma gabaase.

Oduu_Gaddaa: Jaal Falmattuu- Simanyi Dayyaasaa ajjefamuu ishee reporter kenya Yassim Juma gabaase. #Simmagn_Dayyaasaa ( Falmattuun) AA University utuu barataa jirtuuti, kan barumsa addaan kuttee sabasheef qabsaa’uuf #WBO tti dabalamte. Amma garuu waraana #Mootummaa_Itoophiyaatiin akka ajjeefamtetu dubbatamaa jira. Egaa WBO dhaan biyya [Read More]