Jimmaa
Business

Paarkii Indaastirii Jimmaa Wiirtuu Qindeessaa Bunaa Gochuufi

Paarkii Indaastirii Jimmaa Wiirtuu Qindeessaa Bunaa Gochuufi Finfinnee, Eebila 16, 2011(FBC)-Paarkii indaastirii Jimmaa teeknooloojii fayyadamuun wiirtuu qindeessaa bunaa gochuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksiseera. Buna dhiqamee, akaawwamee, daakamee fi saamsamee xumurame gurgurtaa elektiroonkisiin [Read More]