
MESSAGE OF PEACE AND UNITY : Ogadenia Somalia Oromo
MESSAGE OF PEACE AND UNITY Ogadenia Somalia Oromo
MESSAGE OF PEACE AND UNITY Ogadenia Somalia Oromo
Yaadannoo obboleewwan keenya Irreecha irratti wareegamaniif weelluu vidiyoo kana isin afeereera. OROMO MUSIC 2017 kaí qeerroo Yaadannoo obboleewwan keenya Irreecha irratti wareegamaniif weelluu vidiyoo kana isin afeereera.
Rakkoo daangaa waaraan furamuu qaba jedhan, Paartileen siyaasaa Naannoo Oromiyaa. [OBN 09 01 2010] Rakkoo daangaa waaraan furamuu qaba jedhan, Paartileen siyaasaa Naannoo Oromiyaa. Rakkoo daangaa waaraan furamuu qaba jedhan, Paartileen siyaasaa Naannoo Oromiyaa. Fearless Summit 2017: [Read More]
Imala Miseensotaafi Hirmaattota Kora Sabaa ABO 2017 Gara mooraa Leenjii WBOf Dhaamsaa Dhaammatan. Wal duraa dubaan Isiniif Dhiyeessina Nu Hordoofaan Afeerraa Keenya Yeroo Hundaati Haadha manaa oromo fi Abbaa manaa somaleen jaarsaa fii jaarti dha [Read More]
“Ummaatni kenya somaliland keeysati akka itti jiraatan walalani akkanati rakkacha jiran tv somali kunis rakko isaani hubaate achi dhaqe akka oromon rakko takka hin qabne somale wajjin akka woyyane waliti dirtee dubatan rakko tunis akka [Read More]
Abbaan biyyaa ABO dha Cirootti, Harargee lixaa magaalaa Madhichoo hawaasni kombolchaa yeroo uummata isaanii daangarraa fonqolfaman rooba keessa akkanaan simatan Simannaa Uummanni magaalaa hirnaa Oromoota Wayyaane fi Abdi Illeen [Read More]
Qeerroon Gooroo Guutuu, Kaarra Millee Oromoota naannoo Soomaalee irraa galan haala kanaan simatan
Woyyaaneen Maaliif Wolitta Bu’iinsa Uummataa irratti Hojjatti? Maal irraa Agatti? Shira Woyyaanee Saaxiluu!
MI’EESSO fudhachuun akeeka Wayyaaneen gara Abdi Ileetin lafa kaayattee itti deemaa jirtuudha [OBN 06 01 2010] Sirni Federaalizimii Itiyoophiyaa keessatti Oromoon qooda guddaa qaba, wanti ta’a jiru Heeraa biyya keenya diigudhaa jedhan. MI’EESSO fudhachuun akeeka Wayyaaneen [Read More]
The ignored genocide in Ogden , is now repeating in Oromia: Is history repeating itself in Ethiopia?? Liyyuu polisiin dura ummata sumaalee akkanatii fixaa turtee amma gochuma akkanaa ummata Oromoo irratti akka rawwataniif wayyaaneen maqaa [Read More]
Copyright @2016 kichuu.com