Videos

Guyyaa Gootota oromoo Minneapolis Minnesota

Guyyaa Gootota oromoo Minneapolis Minnesota Guyyaan Gootota Oromoo(GGO)Oromiyaa Xiqqoo MN magaalaa Lakkuutti yaadatame.Galanni fi kabajni yoomiyyuu gootota keenya isaan kaleessaa fi hardhaaf haa tahun dhaamsa saganticha ti.Isin yaadanna galmeen seenaa Oromoos yeroo hunda isin leellisa [Read More]