Dhimmoota Mootummaa
News

Dhimmoota Mootummaa Dr. Abiy Gara Kufaatiitti Geessan.

July 17, 2018

Dhimmoota Mootummaa Dr. Abiy Gara Kufaatiitti Geessan. Via: Tulluu Caalii ==================== Mootummaan Dr Abiyyi gama tokkoon waan fudhatama(legitimacy) argate haa fakkaatu malee gama kaaniin gaaffiilee gurguddaatu itti dhihaachaa jira. Kanneen adeemsa mootummaa haaraa kanatti baayyee [Read More]

SBO
Radio

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2018

July 17, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2018 SBO: Adoolessa 18 bara 2018. Oduu, Duula Humnoota Liyyuu Poolisii fi Labsa Dhukaasa Dhaabuu ABOn baase Cabsuu Mootummaa Itoophiyaa irratti ibsoota ABO irraa kennamani fi Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni [Read More]

Radio

Haacaaluu  tuqu jechaan, hundu maal jechuu akka ta’e hubachu qaba.

July 17, 2018

Haacaaluu  tuqu jechaan, hundu maal jechuu akka ta’e hubachu qaba. ===================== (By Taagal Daaqaa Waaqgaarii)(voaafaanoromoo)—Haacaaluu tuqu jechaan ummata Oromoo tuqu jechaa dha. Artii wallee Afaan Oromoo keessattii dhalootni qubee horattee, Oromummaa itiichuun sabasaani bakka bu’uni faana dhiibamani giidrfamani [Read More]

gara cinaqsan demaa jiran qeyroon
News

Obeleeyyan keenya Wolloo irraa gara cinaqsan demaa jiran Qeyroon Harar,Awadayii,Komboolcha irraa isaaan simatanii waliin demaa jirra

July 17, 2018

Obeleeyyan keenya Wolloo irraa gara cinaqsan demaa jiran Qeyroon Harar,Awadayii,Komboolcha irraa isaaan simatanii waliin demaa jirra ኢንጂነር ታከለ ኡማ በንቲ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ምክትል ከንቲባ ሆነው ተሾሙ #Caalaa_Bultumee Finfinneetti Galeera. Gootni Kun Biyyaa Isaati Galuu [Read More]

1 2 3 4 5 191