TV

OMN: Oduu Galgalaa Amajjii 21, 2019

OMN: Oduu Galgalaa Amajjii 21, 2019 Amaan Nyafaroo Goota Gootan irra Dr Alii Birra. #Afranqallooweak.  Sidama Media Network-SMN Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News “የለውጡ ባለቤት በግልጽ መታወቅ አለበት። ሁላችንም የተሳተፊን ቢሆንም፤ [Read More]

Gootummaa irraa maayii
News

Gootummaa irraa maayii! Urjicha murataa! Siidaa cichoomina kaayyoo! Bu’uura aantummaa sabaa! Dambalii onnee guutuu! Qabsaa’aa Jaal Marroo-Kumsaa Dirribaa!!!

Gootummaa irraa maayii! Urjicha murataa! Siidaa cichoomina kaayyoo! Bu’uura aantummaa sabaa! Dambalii onnee guutuu! Qabsaa’aa Jaal Marroo/Kumsaa Dirribaa!!! Tarban har’aati ture. Wal ga’ii seena-qabeessa Muummicha Ministeeraa Itoophiyaatiin durfamuun murtoo jabaa tokko dabarsuun kan goolabame ture. [Read More]

Adaamaa
News

Yunvarsiitii Saayinsiifi Tekinooloojii Adaamaa: “Barnoota dhiisnee galuun dhamaatii maatii keenyaas gatii dhabsiise”

Yunvarsiitii Saayinsiifi Tekinooloojii Adaamaa: “Barnoota dhiisnee galuun dhamaatii maatii keenyaas gatii dhabsiise” (bbcafaanoromoo)—-Barattoonni Yunvarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii Adaamaa mooraa gadhiisanii gara maatii isaaniitti galaa jiru. Yunvarsiitichi barattoonni sababoota garagaraatiin barnooti adda ciccitaa waan tureef qabiyyee seemisteera [Read More]