Gurguruun
News

Lammiilee Biyyoota Biraatti Dabarsuu fi Gurguruun Heddummaach Dhufe.

September 16, 2017

Lammiilee Biyyoota Biraatti Dabarsuu fi Gurguruun Heddummaach Dhufe. (Oromedia, 16 Fulbaana 2017) (oromedia) —  Wayyaanoonni Tigiraayii fi warri Tiwulidda Itoophiyaawwii biyya keessaa lammiilee  gawwamsanii biyyoota adda addaatti dabarsuu fi mirga namuummaa isaanii mulqaa jiraachuun gabaafame. Kanaan [Read More]

Gujii
News

Lola Woyyaaneen Gujii Lixaatti bante, waan amma (update):

September 16, 2017

Lola Woyyaaneen Gujii Lixaatti bante, waan amma (update): Guyyaa, Sanbata diqqaa (Saturday 16/09/2017) Lolli Woyyaaneen maqaa ummata Kibbaa Burjiitiifi Amaarootiin kibba Oromiyaa Lixa Gujiitti bante ammaayyuu itti fufee guyyaa 4ffaaf deemamaa jira. Lolli kun lola [Read More]

Amharic

“እኛ የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከ ሙሉ እና አፍደም ለተፈናቀሉት ..

September 16, 2017

“እኛ የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከ ሙሉ እና አፍደም ለተፈናቀሉት ወገኖቻችን የተቻለንን ያህል ድግፍ አድርሰናል። ነገም እናደርሳለን” የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከሶማሌ ክልል ለተፈናቀሉ ኦሮሞዎች የተቻላቸውን ያህል ድግፍ አድርገዋል። Dhalattoonni Sabaan Amaara ta’an [Read More]

News

Abbay Tsehaye VS Lammaa Magarsaa.

September 15, 2017

Abbay Tsehaye VS Lammaa Magarsaa. Rakkoo Daangaa Mudate ilaalchisuun Yaada PMNO Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa Godina Shawaa Bahaa aanaalee 5tti lagni Awaash guutee qabeenyarra miidhaa geessiseera. Jiraattonni toorichaa rakkoolee gara garaaf saaxilamaa jiraachuu isaanii Waajjirri [Read More]

Oduu Amma Nu-dhaqqabeen
TV

ONN: Oduu Amma Nu-dhaqqabeen Oromonni Lama Magaalaa Hargeessaa 

September 15, 2017

ONN:Oduu Amma Nu-dhaqqabeen Oromonni Lama Magaalaa_Hargeessaa Keessatti Ajjefaman,Manguddonni Boramaa Lola Ilmaan Oromo Irratti Raawwatamaa jiru Balaaleffatan , Jiraattonni Oromo Magaalaa Jijjigaa, Magaalaa Wacaalee fi Magaalaa Qabribayyaah irraa godaansifaman Konkolaataa 37n akka Aanaa_Cinaaksanitti buufaman taasifaman. [OBN 04 01 2010] Rifraandaamiin bara 1997 [Read More]

1 115 116 117 118 119 191