haacaaluu tuqu jechaan
News

Kan Hacaaluu tuqu Oromoo miliyoona 50 tuqe. Yaa balaa isaa!

July 17, 2018

Kan Hacaaluu tuqu Oromoo miliyoona 50 tuqe. Yaa balaa isaa! Oduu gaddisiisaa! – Kaleessa magaalaa #Finfinneetti qaamotni gurmaa’an artistii keenya #Haacaaluu Hundeessaarratti reebicha hamaa raawwachuuf yaalii taasisanii birmannaa #qeerroo muraasaatiin balaa jalaa oolee jira. Konkolaataa [Read More]

Moggaasa
Africa

New Book: Moggaasa – Maqoota Oromoo fi Hiika Isaani

July 16, 2018

New Book: Moggaasa Moggaasa Maqoota Oromoo fi Hiika isaani Maqaan Maqummaa? “Fooli gaarii mannaa maqaaa gaarii wayya jedhe arjaan.” “Maqaa gaariin urgooftuu gati-qabeessa caalaa namatti tola.” Maqaan akkuma namummaa (bifa fi qaama) ifii, jireenya namaa [Read More]

Nama
News

Xiqqoon nama xiqqeesit Kan Jedhan Dhugaa dha

July 14, 2018

Xiqqoon nama xiqqeesit Kan Jedhan Dhugaa dha  Damee Boruu tin: Adoolessa 14, 2018 Umurii dheerachuun waan baayyee nama agrsiisa. Qabsoon bilisummaa Uummata Oromoo TPLF cabsee OPDOn hudhamee qabama jedhee takkaa yaadee hin beeku. Rakkinni qabsoo [Read More]

1 2 3 4 5 57