
Qarreewwan akkasitti Hacee yaadatan Galatoomaa!! Historical picture.
Qarreewwan akkasitti Hacee yaadatan Galatoomaa!! Historical picture Abiyyi suuraa Minilik kaasee iddoo sanii kan ofii godhachuun waan sirriiti. Baga godhate. Reeffi maal godha ree? Amma kan Masaraa keessatti tolche saniis kan isaatiin bakka haa buusu. [Read More]