Simannaa Artiist caalaa Bultumeef-Bishooftuutti godhame !
Bishooftuun keessumaa ishii yoo simattu callistee miti dhiigani biluu nama bilachiisti.
Garasuu fii caalan inuma carroomtan.
kormi jignaan diina meeqa akka jigsu tilmaamun nama hin dhibu.
OMN:Gaaffi fi Deebii haala yeroo irratti Gaazexeessaa fi Barreessaa Obbo Boruu Barraaqaa Waliin Goone.