Caalaa Bultume – Tutuqi tuqi ( kai Qeerroon kanan ) New Oromo music 2017

Caalaa Bultume – Tutuqi tuqi ( kai Qeerroon kanan ) New Oromo music 2017


Inaaffatu naqabe. Kan ummaata kaatalaan.Nus ni bilisoomna. Waggaa haraatti 2018 bilisummaan oromoo labsamuu qaba. Kuniyyuu fagoo dha.Bor gochuu ni dandeenya. Yoo maal goone yoo tokkomne, yoo WBO tumsine, Yoo qeerroo jaabessine, Yoo ijaarsa keenya afuura tokkoon ijaarree , yoo anatu beekaa dhiifne Yoo beekaa fi hubataa keenyaa kabajne,yoo kijibaa fi fakkeessan dantaa ofii jala deemu dhiifne bor ganama oromiyaa bilisoomtee arguuf jirta. Didne gabruummma didne gabrummaa feene bilisuummaa.

Irreecha2017– Kun Sirboota diddaa fi warraaqsaa Ayyaana Irreechaa irratti dhiyaatan keessaa tokko, kan ABO leellisu.
=================
QeerrooBilisummaaOromoo