Buunnoo Beddellee: Haadha oyiruusaanii oolchuuf farra raammoo kalaqan
BBC Afaan Oromoo_ Haadha oyiruusaanii oolchuuf farra aramaa kalaqan.
Oromiyaa, Iluu Abbaa Booraatti harmeen kun qoricha raammoo geerii ajjeesu wantoota naannootti argaman irraa kalaqan.
Odeessaalee Viidiyoo biroof
Aaddee Taabotee Abaatee raammoo geerii oomisha boqqolloosaanii nyaatee isaan rakkisaa tureef golasaanii keessatti furmaata agataniiru.
BBC ODUU OROMO Agu,,16//2018