Bulchinsa Magaala Buraayyuu Waajira Ganda Gafarssa Noonnoo Daspooraa jedhamutii jiraataan kam iyyuu akka walga’ii hin hafne akkeekachiisaa turan. Garuu namni tokko illee hin deemne.
Warri kabinootaa fi baasatota gandichaa kan ta’an ummataa keessa deemani nagenyaa keessan akka eegamuf qarshii walti guuraa jedhani isa dhumaa xalayaa chappaa ofirra qabu fidanii namaani harkaa fuudhuu dhibee jira.
Motummaan bara angoo ofii xumurate kun ummataa dirqisisee qarshi saamuu barbadaa, uummaani itti damaqee jira.
#OGN Oduu caccabsa Michuu ABIY President Eritrea Isayas Afuwarki himanni irratti baname. – https://t.co/JF8NWu8VwM pic.twitter.com/alQlNUcgwb
— Kichuu (@kichuu24) October 22, 2020