Bultuu Poolisaa Oromiyaa Ilaali mee akka kutaan biraa itti jirtu:-Wolayita Sodo Abiy Must Go

Bultuu poolisaa Oromiyaa Ilaali mee akka kutaan biraa itti jirtu:-Wolayita Sodo Abiy Must Go



Gurbaan suuraan isaa armaan gaditti argamu kuni yeroo ammaa woraana mootummaa nama nyaataa keessatti rasaasaan rukutamee magaalaa Shaashamannee Hospitaala Fayyaa Dr. Qalamuu keessatti argama. Maatii isaa waan hin argameef namni gurbaa kana ykn maatii isaa beeku yoo jiraate maatii isaatiin gayaafii.
Please share godhaa maatiin gahaa


ዛሬ በባሌ ሮቤ ፍፁም በሆነ ሰላማዊ ሰልፍ ላይ በአብይ ወታደሮች የተገደለው አወል አብዱሮ

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.