Bulchiisi Magaalaa Dirree Dawaa Bulchaa Magaalaa Haarawaa Filate

Bulchiisi Magaalaa Dirree Dawaa Bulchaa Magaalaa Haarawaa Filate

Dirree Dhawaa

Taayitaa bulchaa magaalaatti itti aanaa bulchaa ta’uun kan muudman obbo Ahimed Medhammed buhii, nageenyaa fi dinagdee magaalattiif qiyyaafata duraa kennanii akka hojjetan beeksisan.

Afaan yaa’ii ta’uun waggoota 13n darbaniif hojjetaa kan turan Abdallaa Usmaan fedha ofiin hojii waan gad dhiisaniif bakka isaanii itti gaafatamtuun dhimmoota dubartootaa fi ijoollee aadde Faxxum Musxafaa filataniiru jedha gabaasi Addis Chekol.