Bu’aan qabsoo Qeerroo fi Qarree keenyaa Finfinnee raasuu jalqabeera.

Bu’aan qabsoo Qeerroo fi Qarree keenyaa Finfinnee raasuu jalqabeera.

Qeerroon Harargee boba’aa, jimaa fi Sangaa Harar sana irraa murte. Qeerroon Arsii fi Baalee qamadii fi garbuu irraa qarxam goote. Warshaan daabboo Xilaayee waan daaku dhabee afaan banee hafaa jira. Omishni xiqqaachuu irraa ummanni daabboo irratti wal fixaa jira. Qeerroo fi Qarree koo, ittuma muddaa hanga ishiin lafa geessutti!

Yaya Beshir


“Joollee Harargee
Jajjaboon argee”
Eebbisaa Addunyaa, 1995


Cundhuuroo kana akanatti itti taphatu


“Yaya kun magaala Finfinneetti. Sababbii uggura qeerrootiin daabboo shaggar omisha dhabaneera. Itti muddi nuu jedhaanii qeerroodhaan.”
 
 


 
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.