#Breaking_News. Qiliinxoo keessatti waliti bu’iinsi sabaa Oromoofii Garee Nafxanyaa juddutti uumamee jira.

Qiliinxoo keessatti waliti bu’iinsi sabaa Oromoofii Garee Nafxanyaa juddutti uumamee jira.
 
Sababa kanaan meeshaaleen gugurdoon dhukkaafamuun namoonni hidduun rasaasaan rukatuumuu namni FMN dubbise tokko nutti himee jira.

Kalee lubbuu 400 ol dhabne yamanitti Hayii hayii  maalqaba otuu WBOtti makamanii silaa hadha lubbuun jiru.JARANA BAQA DHAABAA WBOtii makamaa jenna

– በሆሮጉድሩ የአማራ ክልል ሰፋሪዎች በሰላማዊ ሰዎች ላይ በዚህ መልኩ ንጹሃንን በስናይፐር እየጨፈጨፉ ነው። jedhii galagalchi ምንጭ
Ethiopian DJ የኢትዮጵያ ሙዚቃ

Ermyas Ermyas


Gahee maa hin duunee isii isin bayyee turtanii jirtuu bar Are kana caala jiraachun hin dabbara teessaniifuu saalfadhaa Mallas wajjiin dalagaa turtan isin biraa du’ee Abbay xahayyee akkas


WBOn Finfinnee Akkanatti Irrati Aggamattee Jirti.


በአየር በመኪና በባቡር በታንኳም
ከፊንፊኔ አንቀርም የሞት ሞት ቢመጣም
Gaaffiin qaba ammas gaaffiin qaba !
Artisti fi qabsaawaa #Daadhii_Galaan


-Xoophiyaan ‘wal waraansa Matakkal keessaa Sudaan fi Ijipti harka qabu’ jette.
-Abiy waraana Eeritiiriyaa lola Tigraayitti affeeruu isaa waakkate.
-Sudaan loltoota ishee hedduu gara laga Abbayaatti butte.
-Dargaggoonni Tigraay qawwee kaasan.