Breaking: Warri bilxiginnaa, Jawar irratti murtii du’aa seeraan murteessuf karoorfattee itti bobbaatee jirti.

#Beekkadhaa_Oromoo!

Warri bilxiginnaa, Jawar irratti murtii du’aa seeraan murteessuf karoorfattee itti bobbaatee jirti. Baqqala Garbaa irrattis akka jireenya isaa guutuu manaa hidhaatti dabarsu gochisiisuf qophooftee jirti.

Hanga Bilxiginnaan jirutti, “Jawar akka lubbuun hin jiraanne, Baqqalaanis akka mana hidhaa keessaa hin baanee goonaa,” jedhanii walitti kakachaa, Oromoo irratti dhaaddachaat, jirti.

Nafxanyoonnis gammachuu guddaa dhan machaawanii of hin beekan.

Gama biraatinis, dokumentarii sobaa, ‘Haacaaluu kan ajjeese ABO dha,’ kan jedhu qopheessitee facaasuf qophii xumurtee jirti.

Akasumas dhagaa bu’uuraa sidaa Haacaaluu Finfinnee keessatti lafa kaa’uu dhaan propaganda sobaa oofuuf qophii fixattee jirti.

Oromoon kanas qalbeeffachuu qaba.

Tsegaye Ararssa irraa.


ጠቅላይ አቃቤ ህግ ወ/ሮ አዳነች አቤቤ ዛሬ ባቀረቡት መረጃ የመጀመሪያውን ተጠርጣሪ መጀመሪያ #ጥላሁን_ያሚ ብለው የጠሩት ሲሆን ቀጥሎ #ጥላዬ_ያሚ ብለው ጠርተውታል። ከካሜራ ጀርባ ሆኖ የሚያርማቸው ሰው ነበር። ሰው ሲያስተካክላቸው ስሙ ጥላሁን ቢሆንም በአካባቢው ሰው በቁልምጫ ጥላዬ ተብሎ ነው የሚጠራው ብለዋል። ጥላሁን የሚባል ሰው በተአምር ጥላዬ ተብሎ አይቆላመጥም። በአካባቢው ሰው በቁልምጫ ቢጠራ እንኳን ጥሌ ነው ሊባል የሚችለው። ትንሽ ቆይተው ደግሞ #ጥላሁን_ዋሚ ብለውታል። መልሰው በአፋን ኦሮሞም ጥላሁን ዋሚ ብለውታል። የትኛውም የአፋን ኦሮሞ ተናጋሪ #በያሚ ና #በዋሚ መካከል ያለው ልዩነት አይጠፋውም። ይህም የበለጠ አጠራጣሪ ያደርገዋል። ሶስተኛው የኦሮሚኛና የትግርኛ ተናጋሪ ተብሎ የቀረበው ነገር ህወሃትና ኦነግ በጋራ ይሰራሉ የሚል ፖለቲካዊ ትርፍ ለማጋበስ የተሰራ እጅግ ነውረኛ ስክሪፕት ነው። በተጨማሪም የኦሮሞን ህዝብ ከፋፍሎ ለመግዛት ያለመ መግለጫ ነው። ይህ የፖለቲካ ፍርድ ግድያው በተሰማ በነጋታው የተሰጠ ነበር። ዛሬም የተደገመው ይኸው ነው። ይህን ግድያ ምክንያት በማድረግ ከጉዳዩ ጋር ምንም ግንኙነት የሌላቸውን የኦሮሞ ፖለቲከኞች ጋዜጠኞች አክቲቪስቶችና ታዋቂ ሰዎችን ለእስር የዳረገው የብልጥግና መንግስት ገለልተኛ ሆኖ ይህን ግድያ ሊያጣራ አይችልም። የጀግናው አርቲስት ሃጫሉ ግድያ በገለልተኛ አካል ተጣርቶ ገዳዩም ሆነ ከግድያው ጀርባ ያለ ማንኛውም አካል ለህግ መቅረብ ይኖርበታል።

THE FINFINNE INTERCEPT

 

Gartee Shira Abiy?
1. Goota Oromoo ajjeese
2. Akka waan Oromoon ajjeeseetti dhiheesse.
3. Oromoon akka waldiigu, dharraa qabu milkeessuuf olola eegale
4. Oromoo qabsoo irraa dubbatti deebisuu dha.
Garuu, kun taakkuu tokko illee Oromoo duubatti hin deebisu! Oromoo ajjeesanii itti qoosuun hin ta’u.
GUMAAN Hacaaluu bahuu qaba.
Gumaan Hacaaluu kan bahu,
1. Shiraa fi kijiba kamiifiyyuu gurra kennuu dhiisuudha.
2. Tokkummaa Oromoo karaa maraan jabeessuu dha.
3. Qabsoo Oromootti cichuun akka galma gahu hojajchuu dha.
4. Qabeenya, beekumsaa fi ogummaa keenay qabsoo Oromoof oolchuu dha.
5. Bilisummaa fi walabummaan Oromoo haga fiixa bahutti kallattii qabsoo irraa maquu dhiisuu dha.

Injifannoon kan ummata Oromoo ti!!