Breaking Oduu Oowwiittu Haala Yeroo Ebl/Apr 23/2020

Breaking Oduu Oowwiittu Haala Yeroo Ebl/Apr 23/2020

ODM Ebla 22,2020 kutaa 42ffaa haala yeroo siyaasaa Oromoo fi Itoophiyaarratti dubbanna.Dhimma qondaaltoonni Mootummaa Itoophiyaa kan bulchiinsa Dr.Abiyyi aangoo irra yommuu ka’anii uummata gidduutti ofkoraa uumurrattis ni dubbanna.Dhimma kanarratti activistoonni ilaalchaa siyaasaa adda addaa qabanis yaadaan wal falmudhaan xiinxala dhuunfaa isaaniis ni kennuu.Odeeffannoo dabalataaf


Godina Baalee magaala Roobetti miseensota ABO fi ABO deeggarta jechuun namoota sadii yakka tokko malee hidhanii jiru.
1, Dachaas Roobaa
2, Jeettii Huseen
3, Abdii Hasan (Abdii Baalee) namni kun barsiisaa Yuunivarsiitii Madda Walaabuti.
Jeettii Huseen Yeroo darbes Awaash Biifolee turee dhiheenya bahe. Ammas deebisanii qaban.
Jaal Dachaas Roobaa Qondaala ABO fi hojii siyaasa ABO godina baaletti hojjataa kan jiruudha.
Oromoo hidhuun haa dhaabbatu.

Dábessá Gemelal

OMN:Gaaddisa Raabaa Doorii Eebla 21,2020