Breaking: Obbo Shimelis Abdissa is the new president

Breaking:  Obbo Shimelis Abdissa is the new president of the Oromia regional state, replacing the outgoing president Lemma Megerssa. 

Obbo Shimallis itti aanaa preezdaantii naannichaa ta’uudhan hojii preezdaantii kan hojjetan ta’a.

Obbo #shimallis_Abdisaa baraa Hojii gaarii siif Hawwinaa kan sabaa kee fayyaduu sii haa godhuu💓

Obbo shimallis wan baraa kana kessa inni dubbatee vedio kanaa dhagefadhaa💪


Breaking news

Yaa’ii Ariifachiisaa Caffeen Oromiyaa waamee amma gaggeeffamaa jiru irratti pireezadaantiin Oromiyaa Haaraa muudameera. Obbo Shimallis Abdiisaas nama hooggansa kanaaf filatamee muudamedha. Obbo Addisuu Araggaas Hoogganaa Waajira GG ODP Ta’uun bakka Obbo Alamuu simee buufameera.

SAGALEE QEERROO AMBOO





ITOOPHIYAA UMMATA AMAARAA QOFAATU DAMDAMMACHIISA JEDHA JALDEEYSI KUN


ከእጅ አይሻል ዶማ!!!


Mallattoon mootummaa daddaaqamaa hogganoota jijjiiruu baay’isuu dha. Kun sirnichi nagaa akka hin qabne mul’isa. Ummati Oromoo yeroo kamitti iyyuu of daguu hin qabu. Haalli hundi moggaa irra jira; waleeguu fi qophaa’uun barbaachisaa dha. Yeroo kamiyyuu waanti dhufu jiraachuu mala; waan dhufu mara qolachuuf hidhannoo jabeeffachuun murteessaa dha!!

Dábessá Gemelal


Oduu Simbirtuu OBN Ebla 10, 2011Obboo Shimallis Abdiisa


Galatoomi Alamuu dhugaa jirtu kana nuuf saaxiluu Keetiif!

Maammee Caffee