BREAKING NEWS:Waraanni Sudaan daangaa xoophiyaa cehuudhaan kallattii afuriin gara Itoophiyaatti galuun itti fufuudhaan gara Hidha Guddichaa

#BREAKING NEWS Muddee 12/19/2020 Oduu Ammee
Waraanni Sudaan daangaa xoophiyaa cehuudhaan kallattii afuriin gara Itoophiyaatti galuun itti fufuudhaan gara Hidha Guddichaa Itoophiyaa/Hiddaaseetti dhiyaataa jira. Kallattiin arfan kunis.
– karaa Matammaa
– Karaa Mi’araab Admaacoo
– karaa Quwaaraa 1 fi
– Karaa Quwaaraa 2 jedhamuuti.
Mootummaan Itoophiyaa yeroo ammaa weerara biyyarratti deemaa jiru kana dhoksuuf yaalaa jiraatus dubbiin hammaataa jiraachutu himama.

Oromia Qeerroo Media
Via: Adammisoma