Breaking News!!Naannoo Amaaraa Magaalaa Gojjaamitti mormiin ummata Bilxiginnaa irratti dhooheera..!!

Breaking News!Naannoo Amaaraa Magaalaa Gojjaamitti mormiin ummata Bilxiginnaa irratti dhooheera..!!

Bilxiginnaan Amaaraa ummata Amaaraa bakka hin buutu jachaa jiru..!! Gojjaamitti Daandiin cufamee mormiin guddaan gaggeeffamaa jiraachuun beekkameera..!! Yeroon Abiyyi mataan dhukkubu amma..! RIB’n dargaggoonni mormii irra jiran keessa namni tokko miidhamuun isaa beekkameera..!!
Rabbi walitti kaasi haqa ummata nagaa keenya Walloo baasi…!!
Guutuu oduu kanaa telegram koo irraa argatta!