Breaking news!!Biyya diigama jirti BILXIGINNAAn Wal nyaachaa jirti!!

Breaking news!! Biyya diigama jirti BILXIGINNAAn Wal nyaachaa jirti!!

Akka Odeessi Iccitiin amma na dhaqqabe jadhutti Namichi Danennetii Tamasgeen Xurune jadhu kun Kaadiree Oromiyaa hanga godinatti jiran waltajjii jachuun Finfinneetti waame nama 43 “ABO Shaneef” Odeeffannoo laacha jirtu jachuun hanga isin qorannu hidhamu qabdan jachuun hiisisee jira. Kaadiree 58 ol ammoo “ABO shaneef” waliin Hojjacha jirtu jachuun hojii irraa ari’eera! Maqaa warra hidhamanii akkuma nu dhaqqabeen isiniif qoonna! Ajaa’iba wanti kokkee wal qabde jirti.

Magaala Maqalee yeroo ammaatti kallattii sadiin
lolli guddaan mootummaa Federaalaa fi
Humnoota Tigraay gedduutii deemaa jira. Lolli
kun sa’aa tokko dura kan eegale yoo tahu haga
ammaa meeshaa gurguddaadhaan deeggaramee
geggeeffaamaa jiraatuu isaa
mirkaneeffateera.
Galgala kana mootummaan Itoophiyaa Obbo
Sibaahat Naggaa fi namoota biroo qabadhe
jedhee ibsa kennuun isaa ni beekama.”#Page kana #Like #Follow Share godhaa

ODUU Hatattama Qondalii tplf Sibihaat Naggaa qabamu Hidhamtoni oromo gadhifamu kuno | Moha oromo

1 Comment

  1. What kind of hate speech is that ? Is such hate amharas second nature ?Does such hate was taught in every amhara cottage ? It looks like everyone owns it as long as he or she shares DNA from Amhara ???I didn’t expect it such hate emanates and being regurgitated by this man, Serawit ,buchila.

Comments are closed.