Breaking News :  Weellisaa Falmataa Kabbadaa magaala Buraayyuu keessa ukkaamfamee hidhamuun gabaafame.

Breaking News :  Weellisaa Falmataa Kabbadaa magaala Buraayyuu keessa ukkaamfamee hidhamuun gabaafame.

Black Africa Page


Falmata Kabbadaa Magarsa hin hidhamne Odeeffannoo dogoggoraatiin qabameera jedhamaa ture.

Poolisiin tokko dadhabbina poolisii biraa vidiyoon warabee akkamitti miidiyaa hawaasaa irratti maxxansa garuu🤔? Iccitii eeguun duudhaalee poolisii irraa egamu keessaa isa guddaa mitii?
Hunduu mana ofii osoo sirriitti sakata’ee gaarii natti fakkaata!!Warri osoo hin beekin video sana daddabarsaa jirtan osoo dhiiftanii yaada jedhun qaba!!

Tamiru L Kitata


Breaking News : መንግስት የቢሊሱማን የስራ ቦታዋን በማሸግ ሱቅ ውስጥ የነበረውን የቤተሰብ አባል አስሯል። እሷን ደሞ ለማሰር በማፈላለግ ላይ ነው

እነ ዳንኤል ክብረት ቤተ መንግስት ውስጥ ቁጭ ብለው ህዝባችንን ሲሳደቡ ምንም ያልተባሉ…የኦሮሞ ወንዶች ሆይ የኦሮሞን ሴት አግቡ ስላለች በእነ ዳንኤል ክብረት ትህዛዝ ልጅቷን እያሳደዱ ነው።
~
እዚህ ደረጃ ደርሰናል

Obboleettiin teenya addee bilisummaa huseen
dhiheenya kana OMN irratti dhiirti Oromoo akka shamarree Oromoo malee in fuune jette jedhanii dorsisuu akka baay’ee itti hammachaa jiruu OMNif yaada kenite
tuffiin motummaa Dr abiyi nuura gahaa jiruu kaan dangaa darbee tahuu beeku qabna

Jawar Mohammed
Hoogganoota ABO fi Ibsa Polosi Oromiyaa ilalichisee dhagefadha.