BREAKING NEWS Waraanni Abiy Ahmed Marfame!!

#BREAKING NEWS Waraanni_Marfame Sadaasa 21/2020

Waraanni Shaabiyaa fi Nafxanyaa Adigraat galee qotee bulaa fi waraana Tigraayin marfamuun himame. Waraanni kun kan marfame kallattii afuriin yoo tahu humna dabalataa Asmaaraa irraa helekoopteraan buusuuf yaaliin godhama akka jirus odeeffannoon arganne ni agarsiisa.
Dhimma kanarratti warri Tigraayis tahee gareen mootummaa hanga ammatti ibsa hin laanne. Ganama har’aa gareen mootummaa magaalaatti qabachuu gabaasaa ture. Waraanni Tigraay dhimma kana Irratti ibsa ni baasa jedhamee eegama.
OROMIYAA

አስተዳዳሪዎች ታሰሩ፣ የወደመው ኤርፖርትና የአዲግራት ውሎ፣ የጎንደር ተኩስ ልውውጥ፣ እስረኞች ወደኤርትራ? ተኩስ አቁም| Ethioforum



Suuraan kun kan ergame Godina Horroo Guduruu magaalaa Saqalaa irraa ti.
Yeroo ummatni reeffa Oromoota nagaa manaa fuudhamanii ajjeefamanii gataman fudhatee gara mana maatii isaaniitti geessaa turett, waraanni mootummaa Abiy dhukaasa uummatarratti banuun reeffa gootota keenyaa bakkeerra akka kaayan godhe.
 
Salphinni kana caalu hin jiru; ajjeefamtees reeffa ilmaan kee irratti doorsifamta.
Dargaggootni Oromoo teessanii du’uu fi hidhamuu era WBO tahii du’a leen as wareegami.
Amma akak dhagayaa jirrutti, waraanni Abiy Oromiyaa keessa bobabatee jirtu nama qabde mara akka ajjeeftu itti himame. Kun duguuggaa sanyii Oromoo irrattui raawwatamaa jiru!!
Dhumaatii hamaa Oromootti dhufaa jiru keessaa bahuuf, ummanni keenya tokkummaan ka’ee sirna badaa kana ofirraa buqqisuu qaba.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.